2 ሳሙኤል 12:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Gaaf tokko keessummaan namicha sooressa sanatti in dhufe; namichi hoolaa fi saawwa baay'ee qabu sana keessaa tokko fuudhee, keessummaa isatti dhufe sanaaf nyaata qopheessuu mararsiifatee, iddoo isaa ilmoo hoolaa namicha hiyyeessaa sana fuudhee qalee keessummichaaf nyaata in qopheesse>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 “Gaaf tokko keessummaan tokko mana namicha sooressa sanaa dhufe; namichi sooressi sunis hoolota yookaan loon ofii isaa keessaa tokko fuudhee keessummichaaf nyaata qopheessuu mararsiifate. Qooda kanaa ilmoo hoolaa namicha hiyyeessa sanaa fuudhee keessummaa mana isaa dhufe sanaaf qopheesse.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 “ጋፍ ቶኮ ኬሱማን ቶኮ መነ ነምቸ ሶሬሰ ሰና ዹፌ፤ ነምች ሶሬስ ሱንስ ሆሎተ ዮካን ሎን ኦፊሳ ኬሳ ቶኮ ፉዼ ኬሱምቻፍ ኛተ ቆጴሱ መረርሲፈቴ። ቆደ ከና እልሞ ሆላ ነምቸ ህዬሰ ሰና ፉዼ ኬሱማ መነሳ ዹፌ ሰናፍ ቆጴሴ።” See the chapter |