Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

31 Namoota mandarattii sana keessa turan immoo gad yaasee, haamtuu mukaatiin, billaa fi qottoodhaan hojii ulfaataa in hojjechiise, xuuphiis akka hojjetan in godhe; Daawit wanta akkasii kana warra mandaroota Amoonotaa keessa jiraatan hundumaa irratti erga hojjechiise booddee, guutummaa loltoota isaa wajjin gara Yerusaalemitti in deebi'e.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

31 namoota achi keessa turanis gad yaasee akka isaan magaaziidhaan, gasoo sibiilaatii fi qottoodhaan hojii hojjetan godhe; suphees isaan dhoofsise. Daawit magaalaawwan Amoonotaa hunda keessattis akkasuma godhe. Ergasii Daawitii fi loltoonni isaa hundinuu Yerusaalemitti ni deebiʼan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

31 ነሞተ አች ኬሰ ቱረንስ ገድ ያሴ አከ እሳን መጋዚዻን፣ ገሶ ስቢላቲፊ ቆቶዻን ሆጂ ሆጄተን ጎዼ፤ ሱጴስ እሳን ዾፍስሴ። ዳዊት መጋላወን አሞኖታ ሁንደ ኬሰትስ አከሱመ ጎዼ። ኤርገሲ ዳዊቲፊ ሎልቶትንሳ ሁንድኑ ዬሩሳሌምት ንዴብአን።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:31

Follow us:

Advertisements


Advertisements