Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

30 Daawit gonfoo Miilkom Waaqayyo tolfamaa isaanii isa warqee dhagaa gati-jabeessa of keessaa qabu irraa hojjetamee, kiilo graamii soddomii afur kan miijanu fudhatee, mataa isaa irra in kaa'ate; akkasumas mandarattii keessaa wanta sonaan baay'ee in booji'e.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

30 Daawitis mataa mootii isaanii irraa gonfoo fudhate; Gonfichis mataa Daawit irra kaaʼame. Gonfoon sun hamma warqee taalaantii tokkoo ulfaatee dhagaawwan gati jabeeyyiis of irraa qaba ture. Daawitis magaalaa sana keessaa boojuu akka malee baayʼee fudhatee

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

30 ዳዊትስ መታ ሞቲሳኒራ ጎንፎ ፉዸቴ፤ ጎንፍችስ መታ ዳዊትራ ካአሜ። ጎንፎን ሱን ሀመ ወርቄ ታላንቲ ቶኮ ኡልፋቴ ዸጋወን ገት ጀቤዪስ ኦፍራ ቀበ ቱሬ። ዳዊትስ መጋላ ሰነ ኬሳ ቦጁ አከ መሌ ባይኤ ፉዸቴ

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:30

Follow us:

Advertisements


Advertisements