2 ሳሙኤል 12:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Yo'aab ittuma fufee Raabaa mandara Amoonotaa rukutee, naannoo mootiin keessa taa'u in qabate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Yeroo sanattis Yooʼaab magaalaa Amoonotaa kan Rabbaa jedhamu waraanee daʼannoo masaraa mootummaa qabate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ዬሮ ሰነትስ ዮኣብ መጋላ አሞኖታ ከን ረባ ጄዸሙ ወራኔ ደአትኖ መሰራ ሞቱማ ቀበቴ። See the chapter |