2 ሳሙኤል 12:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Waaqayyo mucicha sababii jaallateef, maqaa mucichaa <<Yidiidiyaatti>> akka moggaasuuf Naataan raajicha in erge. [<<Yidiidiyaa>> jechuun <<Waaqayyo biratti kan jaallatame>> jechuu dha.] See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Waaqayyo waan isa jaallateef akka inni Yidiidiyaa jedhamee waamamuuf karaa Naataan raajichaatiin dubbii erge. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ዋቀዮ ዋን እሰ ጃለቴፍ አከ እን ይዲድያ ጄዸሜ ዋመሙፍ ከራ ናታን ራጅቻቲን ዱቢ ኤርጌ። See the chapter |