2 ሳሙኤል 12:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Daawit yommus Baat-Sheebaa haadha manaa isaa in jajjabeesse; ergasii inni gara ishee dhaqee ishee bira in ga'e; isheen ilma isaaf in deesse, inni immoo maqaa mucichaa Solomoonitti moggaase; Waaqayyo mucicha in jaallate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Ergasiis Daawit niitii isaa Batisheebaa ni jajjabeesse; dhaqees ishee wajjin ciise. Isheenis ilma deesseef; maqaa isaas Solomoon jedhanii moggaasan. Waaqayyos isa ni jaallate; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ኤርገሲስ ዳዊት ኒቲሳ በትሼባ ንጀጀቤሴ፤ ዸቄስ እሼ ወጅን ጪሴ። እሼንስ እልመ ዴሴፍ፤ መቃሳስ ሶሎሞን ጄዸኒ ሞጋሰን። ዋቀዮስ እሰ ንጃለቴ፤ See the chapter |