Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Kana irratti Daawit, << <Maaltu beeka, Waaqayyo anaaf in oo'a, mucichas in maara ta'a>> jedhee, utuu lubbuun mucicha keessa jiruu nan soome, nan boo'es.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Innis akkana jedhee deebise; “Ani yeroo mucichi lubbuun turetti nan soome; nan booʼes. Ani, ‘Eenyutu beeka? Waaqayyo garaa naa laafee mucichi ni fayya’ jedhee yaadeen ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 እንስ አከነ ጄዼ ዴብሴ፤ “አን ዬሮ ሙጭች ሉቡን ቱሬት ነንሶሜ፤ ነንቦኤስ። አን፣ ‘ኤኙቱ ቤከ? ዋቀዮ ገራ ናላፌ ሙጭች ንፈየ’ ጄዼ ያዴን ቱሬ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:22

Follow us:

Advertisements


Advertisements