2 ሳሙኤል 12:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Hojjetoonni isaa,<<Mucichi utuu jiruu, soomtee isaaf in boosse; mucichi erga du'ee immoo kaatee nyaata in nyaatte; kana gochuun kee maal jechuu kee ti?>> jedhanii isa in gaafatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Tajaajiltoonni isaas, “Ati maaliif akkana goota? Yeroo mucichi lubbuun jirutti ni soomte; ni boosses. Amma garuu mucichi duʼeera; ati immoo kaatee nyaatta!” jedhanii isa gaafatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ተጃጅልቶትንሳስ፣ “አት ማሊፍ አከነ ጎተ? ዬሮ ሙጭች ሉቡን ጅሩት ንሶምቴ፤ ንቦሴስ። አመ ገሩ ሙጭች ዱኤረ፤ አትሞ ካቴ ኛተ!” ጄዸኒ እሰ ጋፈተን። See the chapter |