Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Daawit yommus lafaa ka'ee dhiqatee dibatee, uffata isaas erga geddaratee booddee, gara mana qulqullummaa dhaqee, in sagade; kana booddee gara mana isaa dhaqee, buddeena akka isaaf dhi'eessaniif in abboome; kana irratti isaan in dhi'eessaniif, innis in nyaate.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Daawitis lafaa kaʼe. Erga dhagna isaa dhiqatee dibatee booddees uffata isaa geeddaratee mana Waaqayyoo seenee waaqeffate. Ergasii immoo gara mana ofii isaatti galee nyaata gaafannaan dhiʼeessaniif; innis ni nyaate.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ዳዊትስ ለፋ ከኤ። ኤርገ ዸግነሳ ዽቀቴ ድበቴ ቦዴስ ኡፈተሳ ጌደረቴ መነ ዋቀዮ ሴኔ ዋቄፈቴ። ኤርገሲሞ ገረ መነ ኦፊሳት ገሌ ኛተ ጋፈናን ዽኤሰኒፍ፤ እንስ ንኛቴ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:20

Follow us:

Advertisements


Advertisements