Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Daawit garuu hojjetoonni isaa akka walitti hasaasan yommuu arge, mucichi akka du'e baree,<<Mucichi in du'ee?>> jedhee hojjetoota isaa in gaafate; isaanis,<<Eyyee in du'e>> jedhanii deebisaniif.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Daawit akka tajaajiltoonni isaa walitti asaasaa jiran hubatee daaʼimni sun duʼuu isaa beeke. Innis, “Mucichi ni duʼee?” jedhee gaafate. Isaanis, “Eeyyee duʼeera” jedhanii deebisan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ዳዊት አከ ተጃጅልቶትንሳ ወልት አሳሳ ጅረን ሁበቴ ዳእምን ሱን ዱኡሳ ቤኬ። እንስ፣ “ሙጭች ንዱኤ?” ጄዼ ጋፈቴ። እሳንስ፣ “ኤዬ ዱኤረ” ጄዸኒ ዴብሰን።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements