2 ሳሙኤል 12:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Torban tokko booddees mucichi in du'e; hojjetoonni Daawit,<<Utuma mucichi jiruu iyyuu yeroo nuyi gooftaatti dubbannu nuuf hin dhaga'u; amma immoo mucichi akka du'e attamitti isatti himuu dandeenya ree>> Waa of godhinnaa laataa!>> jedhanii mucichi akka du'e Daawititti himuu in sodaatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Daaʼimni sunis guyyaa torbaffaatti ni duʼe. Tajaajiltoonni Daawit akka daaʼimni sun duʼe isatti himuu sodaatan; isaan, “Nu yeroo daaʼimni sun lubbuun jirutti Daawititti dubbannee ture; inni garuu nu dhagaʼuu dide. Amma akkamiin daaʼimni sun duʼeera jennee itti himna? Yoo nu itti himne inni of miidha taʼa” jedhanii yaadanii turaniitii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዳእምን ሱንስ ጉያ ቶርበፋት ንዱኤ። ተጃጅልቶትን ዳዊት አከ ዳእምን ሱን ዱኤ እሰት ህሙ ሶዳተን፤ እሳን፣ “ኑ ዬሮ ዳእምን ሱን ሉቡን ጅሩት ዳዊትት ዱበትኔ ቱሬ፤ እን ገሩ ኑ ዸገኡ ድዴ። አመ አከሚን ዳእምን ሱን ዱኤረ ጄኔ እት ህምነ? ዮ ኑ እት ህምኔ እን ኦፍ ሚዸ ተአ” ጄዸኒ ያደኒ ቱረኒቲ። See the chapter |