Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Kana booddee Naataan gara mana isaatti deebi'ee in gale; Waaqayyo immoo mucaa isa haati manaa Uriiyaa Daawitiif deesse in dha'e; mucichis in dhukkubsate.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Erga Naataan gara mana ofii isaa deemee booddee Waaqayyo daaʼima niitiin Uuriyaa Daawitiif deesse ni dhaʼe; mucichis ni dhibame.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ኤርገ ናታን ገረ መነ ኦፊሳ ዴሜ ቦዴ ዋቀዮ ዳእመ ኒቲን ኡርያ ዳዊቲፍ ዴሴ ንዸኤ፤ ሙጭችስ ንዽበሜ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements