2 ሳሙኤል 12:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Haa ta'u iyyuu malee, kana hojjechuu keetiin diinonni Waaqayyoo akka isa arrabsan waan gooteef, ilmi inni siif dhalate sun dhuguma in du'a>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Taʼus sababii ati waan kana gochuudhaan Waaqayyoon tuffatteef daaʼimni siif dhalate sun ni duʼa.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ተኡስ ሰበቢ አት ዋን ከነ ጎቹዻን ዋቀዮን ቱፈቴፍ ዳእምን ሲፍ ዸለቴ ሱን ንዱአ።” See the chapter |