Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Daawit yommus Naataan raajichaan,<<Ani Waaqayyoon yakkeera>> jedhe. Naataan immoo deebiseefii,<<Egaawoo, Waaqayyo yakka kee siif dhiiseera; ati yakka kanaaf jettee hin duutu.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Kana irratti Daawit Naataaniin, “Ani Waaqayyotti cubbuu hojjedheera” jedhe. Naataan immoo deebisee akkana jedhe; “Waaqayyo cubbuu kee sirraa haqeera; atis hin duutu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ከነረት ዳዊት ናታኒን፣ “አን ዋቀዮት ጩቡ ሆጄዼረ” ጄዼ። ናታንሞ ዴብሴ አከነ ጄዼ፤ “ዋቀዮ ጩቡኬ ስራ ሀቄረ፤ አትስ ህንዱቱ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements