Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Ati wanta akkasii dhoksaatti goote, ani garuu, wanti kun Israa'eloota hundumaa duratti guyyaa saafaa si irratti akka raawwatamu nan godha>> jedha>> jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Ati dhoksaatti akkas goote; ani garuu Israaʼeloota hunda duratti guyyuma saafaadhaan waan kana nan godha.’ ”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 አት ዾክሳት አከስ ጎቴ፤ አን ገሩ እስራኤሎተ ሁንደ ዱረት ጉዩመ ሳፋዻን ዋን ከነ ነንጎዸ።’ ”

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements