2 ሳሙኤል 12:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Waaqayyo itti dabalee,<<Kunoo, ani maatiidhuma keetiin wanta hamaa sitti nan kaasa; ijuma kee duratti dubartoota kee fuudhee, nama ollaa kee jiruuf nan kenna; innis guyyuma saafaadhaan dubartoota kee wajjin in ciisa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 “Waaqayyo akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa waan hamaa sitti nan kaasa; utuma iji kee arguu niitota kee fuudhee fira sitti aanuuf nan kenna; innis guyyuma saafaadhaan isaan wajjin ni ciisa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 “ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ ‘ኩኖ፣ አን መኑመኬ ኬሳ ዋን ሀማ ስት ነንካሰ፤ ኡቱመ እጅኬ አርጉ ኒቶተኬ ፉዼ ፍረ ስት ኣኑፍ ነንኬነ፤ እንስ ጉዩመ ሳፋዻን እሳን ወጅን ንጪሰ። See the chapter |