Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Egaa sababii ati ana tuffatteef, sababii haadha manaa Uriiyaa Heetichaa haadha manaa kee godhatteef, billaan namoota sanyii kee irraa bara baraan hin deebi'u!>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Kanaafuu amma sababii ati na tuffattee niitii Uuriyaa namicha Heet sana ofii keetiif fudhatteef goraadeen mana kee irraa hin fagaatu.’

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ከናፉ አመ ሰበቢ አት ነ ቱፈቴ ኒቲ ኡርያ ነምቸ ሄት ሰነ ኦፊኬቲፍ ፉዸቴፍ ጎራዴን መነኬራ ህንፈጋቱ።’

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements