2 ሳሙኤል 12:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Waaqayyo yommus Naataan raajicha gara Daawititti in erge; Naataanis dhaqee Daawitiin,<<Namoonni lama mandara tokko keessa turan; isaan keessaa inni tokko sooressa, inni kaan immoo hiyyeessa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Waaqayyos Naataanin gara Daawititti erge. Innis gara Daawit dhufee akkana jedhe; “Namoota lamatu magaalaa tokko keessa jiraata ture; inni tokko sooressa, kaan immoo hiyyeessa ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዋቀዮስ ናታንን ገረ ዳዊትት ኤርጌ። እንስ ገረ ዳዊት ዹፌ አከነ ጄዼ፤ “ነሞተ ለመቱ መጋላ ቶኮ ኬሰ ጅራተ ቱሬ፤ እን ቶኮ ሶሬሰ፣ ካንሞ ህዬሰ ቱሬ። See the chapter |