2 ሳሙኤል 11:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Daawit kana booddees Uriiyaadhaan,<<Gara mana keetti gad bu'iitii dhagna kee dhiqadhuu dadhabbii ba'i!>> jedheen; Uriiyaan yommus mana mootummaatii gad in ba'e; utuu inni gad bu'uu, mootichi kennaa ba'eessa tokko isa booddeedhaan in erge. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ergasii immoo Daawit Uuriyaan, “Gara mana keetiitti gad buʼiitii miilla kee dhiqadhu” jedhe. Kanaafuu Uuriyaan masaraa mootiitii baʼee deeme; kennaan mootichaas isa faana ergame. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኤርገሲሞ ዳዊት ኡርያን፣ “ገረ መነኬቲት ገድ ቡኢቲ ሚለኬ ዽቀዹ” ጄዼ። ከናፉ ኡርያን መሰራ ሞቲቲ በኤ ዴሜ፤ ኬናን ሞትቻስ እሰ ፋነ ኤርገሜ። See the chapter |