2 ሳሙኤል 11:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Namoonni mandarattii sanaa immoo gad ba'anii Yo'aabin in lolan; loltoota Daawit keessaa namoonni muraasi in ajjeefaman, Uriiyaan Heetichis in du'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Yommuu namoonni magaalaa sanaa itti gad baʼanii Yooʼaabin lolanitti, loltoota Daawit keessaa namoonni tokko tokko duʼan; Uuriyaan namichi gosa Heet sunis ni ajjeefame. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ዮሙ ነሞትን መጋላ ሰና እት ገድ በአኒ ዮኣብን ሎለንት፣ ሎልቶተ ዳዊት ኬሳ ነሞትን ቶኮ ቶኮ ዱአን፤ ኡርያን ነምች ጎሰ ሄት ሱንስ ንአጄፈሜ። See the chapter |