2 ሳሙኤል 11:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Caaffanni inni caafe,<<Uriiyaa iddoo lolli baay'ee jabaatee jiru dhaabachiisi! Inni lola sana keessatti rukutamee akka du'utti, achitti isa dhiisii namoota kee wajjin deebi'i!>> jedha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Xalayicha keessattis, “Iddoo waraanni itti cimetti Uuriyaa ramadi. Akka inni achitti dhaʼamee duʼuufis isa dhiisaa duubatti deebiʼaa” jedhee barreesse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ጠለይቸ ኬሰትስ፣ “እዶ ወራን እት ጭሜት ኡርያ ረመድ። አከ እን አችት ዸአሜ ዱኡፍስ እሰ ዺሳ ዱበት ዴብኣ” ጄዼ በሬሴ። See the chapter |