2 ሳሙኤል 10:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yo'aab fuula isaa duraa fi dugda isaa duubaan loltoonni akka isatti qophaa'an yommuu arge, loltoota Israa'el keessaa warra caalan fo'ee, warra Aaram rukutuudhaaf toora in galfate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Yooʼaabis akka fuula isaa duraa fi dugda isaa duubaan waraanni jiru ni arge; kanaafuu loltoota Israaʼel keessaa namoota bebeekamoo filatee adda loltoonni Sooriyaa jiranitti bobbaase. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዮኣብስ አከ ፉለሳ ዱራፊ ዱግደሳ ዱባን ወራን ጅሩ ንአርጌ፤ ከናፉ ሎልቶተ እስራኤል ኬሳ ነሞተ ቤቤከሞ ፍለቴ አደ ሎልቶትን ሶርያ ጅረንት ቦባሴ። See the chapter |