2 ሳሙኤል 10:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Hanuunii fi warri Amoonotaa Daawitin akka of jibbisiisan yommuu hubatan, erganii mandara Bet-Rehoobii fi mandara Zobaatii loltoota Sooriyaa warra lafoo kuma digdama, mandara Xoobii namoota kuma kudha lama akkasumas immoo mootii Ma'akaa namoota isaa kuma tokko wajjin dugda in bitatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Amoononni yommuu akka Daawit isaan xireeffate hubatanitti, Beet Rehoobii fi Suubaadhaa loltoota lafoo kan Sooriyaa kuma digdama, mootii Maʼakaa namoota kuma tokko wajjin akkasumas Xoob irraa namoota kuma kudha lama qaxaratan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አሞኖትን ዮሙ አከ ዳዊት እሳን ጥሬፈቴ ሁበተንት፣ ቤት ሬሆቢፊ ሱባዻ ሎልቶተ ለፎ ከን ሶርያ ኩመ ድግደመ፣ ሞቲ መአካ ነሞተ ኩመ ቶኮ ወጅን አከሱመስ ጦብራ ነሞተ ኩመ ኩዸ ለመ ቀጠረተን። See the chapter |