2 ሳሙኤል 10:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Daawit kana yommuu dhaga'e, loltoota Israa'el hundumaa walitti qabatee Yordaanosin ce'ee gara Helaam in dhaqe; warri Aaram immoo Daawititti qajeelanii loltoota isaanii toora galfatanii isa in lolan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Daawitis yommuu wanni kun isatti himametti, Israaʼeloota hunda walitti qabatee Yordaanos ceʼee Heelaam dhaqe. Warri Sooriyaas waraanaaf Daawititti hiriiranii isa lolan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ዳዊትስ ዮሙ ወን ኩን እሰት ህመሜት፣ እስራኤሎተ ሁንደ ወልት ቀበቴ ዮርዳኖስ ጬኤ ሄላም ዸቄ። ወር ሶርያስ ወራናፍ ዳዊትት ህሪረኒ እሰ ሎለን። See the chapter |