2 ሳሙኤል 10:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Warri Aaram Israa'elootaan akka mo'aman yommuu argan, loltoota isaanii walitti in qabatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Namoonni Sooriyaa yommuu akka Israaʼeloonni isaan moʼatan arganitti lammata walitti qabaman. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ነሞትን ሶርያ ዮሙ አከ እስራኤሎን እሳን ሞአተን አርገንት ለመተ ወልት ቀበመን። See the chapter |