2 ሳሙኤል 10:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Warri Aaram Yo'aab duraa baqachuu isaanii warri Amoonotaa yommuu argan, isaanis immoo Abiishaayi duraa baqatanii mandarattiitti ol in nam'an; Yo'aab kana irratti Amoonota loluu dhiisee, mandara Yerusaalemitti deebi'ee in gale. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Amoononni yommuu akka namoonni Sooriyaa baqatan arganitti isaanis Abiishaayi duraa baqatanii magaalaa seenan. Akkasiin Yooʼaab Amoonota waraanuu dhiisee Yerusaalemitti deebiʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አሞኖትን ዮሙ አከ ነሞትን ሶርያ በቀተን አርገንት እሳንስ አቢሻይ ዱራ በቀተኒ መጋላ ሴነን። አከሲን ዮኣብ አሞኖተ ወራኑ ዺሴ ዬሩሳሌምት ዴብኤ። See the chapter |