2 ሳሙኤል 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Namichi oduu kana isatti himes deebisee,<<Ani dhimma utuun hin qabaatin, tulluu Giilbo'aatti ol ba'ee Saa'ol eeboo isaatti hirkatee utuu jiruu, warri konkolaataan adeemanii fi abboonni fardeenii warri isa ari'aa jiran immoo isa qaqqabuuf akka jedhan nan arge*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Dargaggeessi sunis akkana jedhee deebise; “Akkuma tasaa ani Tulluu Gilboʼaatti ol baʼeen ture; Saaʼolis eeboo isaatti irkatee achi ture; gaariiwwan lolaatii fi abbootiin fardaa isa bira gaʼan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ደርገጌስ ሱንስ አከነ ጄዼ ዴብሴ፤ “አኩመ ተሳ አን ቱሉ ግልቦኣት ኦል በኤን ቱሬ፤ ሳኦልስ ኤቦሳት እርከቴ አች ቱሬ፤ ጋሪወን ሎላቲፊ አቦቲን ፈርዳ እሰ ብረ ገአን። See the chapter |