2 ሳሙኤል 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Faarfannichi, <<Ulfina Israa'el warri ta'an, iddoowwan ol ka'oo irraa lafaan in dha'aman; warri jajjaboonnis attam kukkufan! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 “Yaa Israaʼel, ulfinni kee gaarran kee irratti ajjeefameera. Namoonni jajjaboon akkamitti akkas kukkufan! See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 “ያ እስራኤል፣ ኡልፍንኬ ጋረንኬረት አጄፈሜረ። ነሞትን ጀጀቦን አከምት አከስ ኩኩፈን! See the chapter |