Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 akka kanatti fufee jirutti in faarse; namoonni Yihudaa immoo faarfannaa <<Iddaa>> jedhamu kana akka barsiifamaniif in abboome; faarfannaan kun macaafa warra qajeelotaa isa <<Yaashaar>> jedhamu keessatti caafamee jira*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 akkasumas faaruu iddaa jedhamu kana akka namoonni Yihuudaa barsiisfaman ajaje; kunis kitaaba Yaashaar keessatti barreeffameera. Innis:

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 አከሱመስ ፋሩ እዳ ጄዸሙ ከነ አከ ነሞትን ይሁዳ በርሲፈመን አጀጄ፤ ኩንስ ክታበ ያሻር ኬሰት በሬፈሜረ። እንስ፦

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 1:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements