Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Daawit ergasii,<<Ati nama eessaa ti?>> jedhee namicha oduu kana isatti hime sana in gaafate; inni immoo,<<Ani ilma nama Amaaleqootatti gale tokkoo ti>> jedhee in deebiseef.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Daawitis, “Ati eessaa dhufte?” jedhee dargaggeessicha oduu fide sana gaafate. Innis, “Ani ilma Amaaleq, namicha galtuu taʼe tokkoo ti” jedhee deebise.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ዳዊትስ፣ “አት ኤሳ ዹፍቴ?” ጄዼ ደርገጌስቸ ኦዱ ፍዴ ሰነ ጋፈቴ። እንስ፣ “አን እልመ አማሌቅ፣ ነምቸ ገልቱ ተኤ ቶኮት” ጄዼ ዴብሴ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 1:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements