Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Kana malees Saa'ol, Yonaataan ilmi isaa, loltoonni Israa'el saba Waaqayyoo ta'anis billaadhaan waan dhumaniif, Daawit, namoonni isaa wajjin turanis hamma galgalaatti isaaniif jedhanii in wawwaatan, in boo'an, in sooman*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Isaanis Saaʼolii fi Yoonaataaniif, loltoota Waaqayyootii fi mana Israaʼel hundaaf gaddanii ni booʼan; hamma galgalaatti ni sooman; isaan goraadeedhaan dhumaniiruutii.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 እሳንስ ሳኦሊፊ ዮናታኒፍ፣ ሎልቶተ ዋቀዮቲፊ መነ እስራኤል ሁንዳፍ ገደኒ ንቦአን፤ ሀመ ገልገላት ንሶመን፤ እሳን ጎራዴዻን ዹመኒሩቲ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 1:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements