Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 3:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 ?Deebi'ee dhufuun isaa abdachiifamee ture mitii? Meerree kan raawwatame ree? Erga abboonni keenya iyyuu du'anii, wanti hundinuus akkuma yeroo biyyi lafaa uumametti hafee in jiraata? in jedhu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Isaanis, “ ‘dhufaatiin’ inni waadaa gale kun meerre? Wanni hundinuu erga abbootiin keenya duʼanii jalqabee akkuma yeroo jalqaba uumamaatti itti fufeeraatii” jedhu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እሳንስ፣ “ ‘ዹፋቲን’ እን ዋዳ ገሌ ኩን ሜሬ? ወን ሁንድኑ ኤርገ አቦቲንኬኘ ዱአኒ ጀልቀቤ አኩመ ዬሮ ጀልቀበ ኡመማት እት ፉፌ ጅራቲ” ጄዹ።

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 3:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements