2 ጴጥሮስ 3:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Guyyoota gara dhumaatti ga'iftoonni akka kajeellaa foon isaaniitti jiraatan ka'uuf akka jiran, duraan dursaatii beekaa! Isaan isinitti ga'isuudhaaf*, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Akka bara dhumaa keessa gaʼistoonni gaʼisaa hawwii hamaa kan ofii isaanii duukaa buʼaa dhufan duraan dursaatii beekaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አከ በረ ዹማ ኬሰ ገእስቶትን ገእሳ ሀዊ ሀማ ከን ኦፊሳኒ ዱካ ቡኣ ዹፈን ዱራን ዱርሳቲ ቤካ። See the chapter |