Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 3:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Ayyaana gooftaa keenyaatti, fayyisaa keenya Yesus Kristosin beekuuttis guddadhaa! Bara si'anaatti guyyaa bara baraattis isaaf ulfinni haa ta'u! Ameen*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Garuu ayyaanaa fi beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin guddadhaa. Ammas, bara baraanis ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ገሩ አያናፊ ቤኩምሰ ጎፍታኬኛፊ ፈይሳኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን ጉደዻ። አመስ፣ በረ በራንስ ኡልፍን እሳፍ ሃተኡ! አሜን።

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 3:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements