2 ጴጥሮስ 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Gooftaan obsaan isiniif danda'uu isaa, fayyinaaf karaa isiniif kennuu isaatti lakkaa'adhaa! Obboleessi keenya Phaawulos inni jaallatamaan ogummaa Waaqayyo isaaf kenneen waa'ee isaatiif isiniif caafeera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Akkuma Phaawulos obboleessi keenya jaallatamaan sun ogummaa Waaqni kenneefiin isinii barreesse sana akka obsi Gooftaa keenyaa fayyina taʼe yaadatti qabadhaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 አኩመ ጳዉሎስ ኦቦሌስኬኘ ጃለተማን ሱን ኦጉማ ዋቅን ኬኔፊን እስኒ በሬሴ ሰነ አከ ኦብስ ጎፍታኬኛ ፈይነ ተኤ ያደት ቀበዻ። See the chapter |