2 ጴጥሮስ 3:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Kanaafis michoota ko, isaan kana eeggachaa, warra xurii fi mudaa hin qabne taatanii, Waaqayyoo wajjin nagaa qabaattanii akka argamtaniif dhama'aa! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Kanaafuu yaa michoota jaallatamoo, isinis sababii waanuma kana eeggataniif akka warra xurii fi hirʼina hin qabne, warra nagaan isa wajjin jiraatan taataniif yaalii isinii dandaʼame hunda godhaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ከናፉ ያ ምቾተ ጃለተሞ፣ እስንስ ሰበቢ ዋኑመ ከነ ኤገተኒፍ አከ ወረ ጡሪፊ ህርእነ ህንቀብኔ፣ ወረ ነጋን እሰ ወጅን ጅራተን ታተኒፍ ያሊ እስኒ ደንደአሜ ሁንደ ጎዻ። See the chapter |