2 ጴጥሮስ 3:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Nuyi garuu akka abdii inni nuuf kennetti, bantiiwwan waaqaa haaraa, lafa haaraas warra qajeelummaan keessa buufatu in eegganna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Nu garuu akkuma waadaa isaatti samiiwwan haaraa fi lafa haaraa qajeelinni keessa jiraatu eegganna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኑ ገሩ አኩመ ዋዳሳት ሰሚወን ሃራፊ ለፈ ሃራ ቀጄልን ኬሰ ጅራቱ ኤገትነ። See the chapter |