2 ጴጥሮስ 3:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Akkasitti jiraattanii dhufa guyyaa Waaqayyoo in eeggattu, isaafis ariifattanii in hojjettu. Guyyaa sanaafis bantiiwwan waaqaa ibiddaan gubatanii wal in gad-dhiisu; ijoon uumama lubbuu hin qabne hundinuus ho'a ibiddaatiin in baqa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 kanas guyyaa Waaqaa eeggachaa, dhufaatii isaas ariifachiisaa gochuu qabdu. Guyyaa sana samiiwwan ibiddaan badu; wanni samiiwwan keessa jirus hoʼaan baqa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ከነስ ጉያ ዋቃ ኤገቻ፣ ዹፋቲሳስ አሪፈቺሳ ጎቹ ቀብዱ። ጉያ ሰነ ሰሚወን እብዳን በዱ፤ ወን ሰሚወን ኬሰ ጅሩስ ሆኣን በቀ። See the chapter |