2 ጴጥሮስ 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Michoota ko! Ani amma ergaa lammaffaa isiniif caafuu koo ti; isaan keessatti isin yaadachiise yaada keessan isa qullaa'aa nan dammaqsa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Yaa michoota jaallatamoo, ani amma xalayaa lammaffaa isiniif barreessuu koo ti. Lamaan isaanii iyyuu keessatti isin yaadachiisuudhaan qalbii keessan qulqulluu sana nan kakaasa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ያ ምቾተ ጃለተሞ፣ አን አመ ጠለያ ለመፋ እስኒፍ በሬሱኮት። ለማንሳኒዩ ኬሰት እስን ያደቺሱዻን ቀልቢኬሰን ቁልቁሉ ሰነ ነንከካሰ። See the chapter |