2 ጴጥሮስ 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Egaa gooftichi, namoota Waaqayyoof bulan qorama keessaa baasuu, warra jal'oota immoo hamma guyyaa firdiitti adabaaf kaa'uu in beeka*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 wanni kun akkas taʼee Gooftaan akkamitti akka warra Waaqaaf bulan qorumsa keessaa baasuu fi akka itti warra jalʼaa hamma guyyaa murtiitti adabbiif tursu beeka. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ወን ኩን አከስ ተኤ ጎፍታን አከምት አከ ወረ ዋቃፍ ቡለን ቆሩምሰ ኬሳ ባሱፊ አከ እት ወረ ጀልኣ ሀመ ጉያ ሙርቲት አደቢፍ ቱርሱ ቤከ። See the chapter |