Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Namichi qajeelaan sun yeroo isaan gidduu jiraatu waan arguu fi waan dhaga'uun, lubbuun isaa isheen qajeeltuun sababii hojii isaanii isa seeraan walii hin galleef guyyaa guyyaatti isa keessatti in rakkatti turte.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 namichi qajeelaan sun yeroo gidduu isaanii jiraachaa turetti guyyuma guyyaan fincila isaanii sana arguu fi dhagaʼuudhaan lubbuun isaa qajeeltuun sun isa keessatti dhiphachaa turtee,

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ነምች ቀጄላን ሱን ዬሮ ግዱሳኒ ጅራቻ ቱሬት ጉዩመ ጉያን ፍንጭለሳኒ ሰነ አርጉፊ ዸገኡዻን ሉቡንሳ ቀጄልቱን ሱን እሰ ኬሰት ዽጰቻ ቱርቴ፣

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements