Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Loox nama qajeelaa, isa gad-dhiisatti jiraachuu warra jal'ootaatti yaadaan rakkachaa ture immoo in oolche*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 namicha qajeelaa jechuunis Looxi isa jireenya xuraaʼaa finciltootaatiin dhiphachaa ture sana erga badiisa oolchee,

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ነምቸ ቀጄላ ጄቹንስ ሎጥ እሰ ጅሬኘ ጡራኣ ፍንጭልቶታቲን ዽጰቻ ቱሬ ሰነ ኤርገ በዲሰ ኦልቼ፣

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements