2 ጴጥሮስ 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Waaqayyo ergamoota iyyuu warra cubbuu hojjetan gad darbatee, boolla dukkanaa keessatti funyoo sibiilaatiin hidhamanii guyyaa firdiitiif akka kaa'aman godhe malee, isaan hin qusanne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Waaqni yeroo ergamoonni cubbuu hojjetanitti utuu isaanii hin hilin akka isaan guyyaa murtiitiif turfamaniif foncaadhaan dukkana keessatti hidhee gahaannamitti erga isaan darbatee, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዋቅን ዬሮ ኤርገሞትን ጩቡ ሆጄተንት ኡቱሳኒ ህንህልን አከ እሳን ጉያ ሙርቲቲፍ ቱርፈመኒፍ ፎንጫዻን ዱከነ ኬሰት ህዼ ገሃነምት ኤርገ እሳን ደርበቴ፣ See the chapter |