Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Karaa qajeelummaa erga beekanii booddee, abboommii qulqulluu isa isaaniif kenname irraa gara galuu irra, takkaa utuu hin beekin hafaniiru utuu ta'ee, isaaniif in wayya ture*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Isaan karaa qajeelinaa beekanii ajaja qulqulluu isaanii kenname sanatti dugda galuu irra utuu duraanuu karaa qajeelinaa sana beekuu baatanii isaaniif wayya ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 እሳን ከራ ቀጄልና ቤከኒ አጀጀ ቁልቁሉሳኒ ኬነሜ ሰነት ዱግደ ገሉረ ኡቱ ዱራኑ ከራ ቀጄልና ሰነ ቤኩ ባተኒ እሳኒፍ ወየ ቱሬ።

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:21

Follow us:

Advertisements


Advertisements