2 ጴጥሮስ 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Gooftaa keenyaa fi fayyisaa keenya Yesus Kristosin beekuudhaan, xuraa'ummaa biyya lafaa duraa baqatanii erga ba'anii, deebi'anii ittiin qabamanii yoo mo'aman, akki isaan itti jiran inni booddee isa duraa irra in hammaata*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Isaan erga Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos beekuudhaan xuraaʼummaa addunyaa keessaa baʼanii booddee yoo amma illee deebiʼanii xuraaʼummaa sanaan qabamanii fudhataman haalli isaanii kan dhumaa isa jalqabaa sana caalaa hammaata. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እሳን ኤርገ ጎፍታኬኛፊ ፈይሳኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ቤኩዻን ጡራኡማ አዱኛ ኬሳ በአኒ ቦዴ ዮ አመሌ ዴብአኒ ጡራኡማ ሰናን ቀበመኒ ፉዸተመን ሃልሳኒ ከን ዹማ እሰ ጀልቀባ ሰነ ጫላ ሀማተ። See the chapter |