2 ጴጥሮስ 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Namoonni baay'eenis gad-dhiisatti jiraachuu isaanii kana duukaa in bu'u; sababii isaaniitiifis karaan dhugaa sun maqaa gadhee in argata*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Namoonni baayʼeenis amala isaanii isa qaanessaa sana duukaa buʼu; sababii isaaniitiinis karaan dhugaa ni arrabsama. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ነሞትን ባይኤንስ አመለሳኒ እሰ ቃኔሳ ሰነ ዱካ ቡኡ፤ ሰበቢሳኒቲንስ ከራን ዹጋ ንአረብሰመ። See the chapter |