2 ጴጥሮስ 2:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Warra kana birmadummaa in abdachiisu, garuu ofii isaaniitii iyyuu garboota badiisaa ti; namni waanuma akka gooftaatti isa mo'eef garbicha in ta'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Isaan utuma ofii isaaniitii iyyuu garboota badiisaa taʼanii jiranuu birmadummaa isaan abdachiisu; namni tokko waan isa moʼate kamiifuu ni garboomaatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እሳን ኡቱመ ኦፊሳኒቲዩ ገርቦተ በዲሳ ተአኒ ጅረኑ ብርመዱማ እሳን አብደቺሱ፤ ነምን ቶኮ ዋን እሰ ሞአቴ ከሚፉ ንገርቦማቲ። See the chapter |