2 ጴጥሮስ 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Dubbii gowwummaa isaaniitiin guddisanii of in jaju, akka kajeellaa foon isaaniitti gad-dhiisatti jiraachuu isaaniitiinis, warra irraa kaachuutti jiraatan keessaa namoota reefuu baqatanii ba'an wallaalchisanii kiyyoo isaaniitti in galchu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Isaan dubbii faayidaa hin qabnee fi dubbii of tuulummaa odeessu; warra namoota jireenya dogoggoraa keessa jiraatan keessaa baqatanii baʼan hawwii foonii hamaadhaan gowwoomsu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 እሳን ዱቢ ፋይዳ ህንቀብኔፊ ዱቢ ኦፍ ቱሉማ ኦዴሱ፤ ወረ ነሞተ ጅሬኘ ዶጎጎራ ኬሰ ጅራተን ኬሳ በቀተኒ በአን ሀዊ ፎኒ ሀማዻን ጎዎምሱ። See the chapter |