Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Isaan kun akka burqituu bishaan hin qabnee ti, akka hurrii bubbeen oofuu tis; iddoon dukkana limmixii isaaniif kaa'amee jira*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Namoonni kunneen burqaa bishaan hin qabnee fi hurrii bubbeen oofamuu dha. Dukkanni limixiin isaaniif kaaʼameera.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ነሞትን ኩኔን ቡርቃ ብሻን ህንቀብኔፊ ሁሪ ቡቤን ኦፈሙዸ። ዱከን ልምጢን እሳኒፍ ካአሜረ።

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements