2 ጴጥሮስ 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Garuu inni irra-daddarbaa isaatiif in ifatame; harreen dubbachuu hin dandeenye sagalee namaatiin dubbatee, maraatummaa raajichaa ittifteetti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Balaʼaam garuu sababii dogoggora isaatiif harreen isa ifatte; horiin duudaan afaan namaa dubbattee maraatummaa raajii sanaa ittifte. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 በለኣም ገሩ ሰበቢ ዶጎጎረሳቲፍ ሀሬን እሰ እፈቴ፤ ሆሪን ዱዳን አፋን ነማ ዱበቴ መራቱማ ራጂ ሰና እትፍቴ። See the chapter |